Taateen kun kan mudate A L I Kibxata 02, 2017 yoo ta'u, haalli du'a namoota sadiif sababa ta'e kan uumame 'gaaffiin jaalalaa kiyya deebii hin arganne' sababa jedhuun akka ta'e poolisiin ibseera.